Oduu jijjiirraa biroon Baayer Muniik taphataa sarara cinaa lammii Ingilaand umuriin isaa waggaa 20 Chelsii harkatti qabaa jira. Shaampiyoonaan Bondosliigaa Jarmanii taphataa kana fudhachuudhaaf ...
Niwuukasil taphataa sarara cinaa Notingihaam Forest Antoonii Elaangaa fudhachuuf abbalaa jira. Arsenaal ammoo RB Leepzhing irraa taphataa sarara duraa Benjaamiin Seeskoo fudhachuuf hordoffii isaa itti ...